Mu'jizaawwan biroo

“Hanga Habashoonni isin dhiisanitti isinis isaan dhiisaa; kan lubbuun koo harka…”

Ramaddii waliigalaa: Hasan (gaarii)Kutub as-Sittaa: Keessa jira
Rakkoo gabaasi

Gabaasa

“Hanga Habashoonni isin dhiisanitti isinis isaan dhiisaa; kan lubbuun koo harka isaa keessa jirtuun kakadha, qabeenya Ka'abaa nama luqqee qal'aa lama qabu (Zus-suwayqatayn) malee namni hin baasu” jedhanii himan.

Haala seenaa

Raawwatamuu: dhuma zamanaa

Kutaa kana keessaa dabalata