Mu'jizaawwan biroo
Guyyaa Uhud baalli timiraa (sa'fa) Abuu Dujaanaaf kennan harka isaa keessatti billaatti jijjiirame; Abuu Dujaanaan kana ‘Dameen timiraa billaa qara qabu ta'e; kun mallattoolee Allaahii fi Ergamaa…
Mu'jizaawwan biroo
Uhud irratti Ali kan ajaja isaaniitiin garee mushrikootaa lama bittinneesseef Jibriil ‘Kunoo kun gargaarsa (muwaasaa) dha’ jedhe; isaan ‘Inni ana irraa ti, anis isa irraa ti’ yeroo jedhan Jibriil…
Mu'jizaawwan biroo
Uhud irratti Abuu Xalhaa kan gaachanaan fuula isaanii dura dhaabatee isaan eegu xiyya isaa shantamaan hunda darbatee yeroo fixe, lafa irraa damee mukaa fudhatanii ‘Yaa Abuu Xalhaa, kanas akka xiyya…
Mu'jizaawwan biroo
Uhud irratti Sa'd bin Abii Waqqaas kan mushrikoota gaara ol ba'an akka deebisu si'a sadii ajajan, xiyya tokkicha kuusaa isaa keessa ture darbatee mushrika tokko erga ajjeesee booda xiyyuma sana si'a…